Tag: Waaqayotti dhiyaachu

  • Sagalee Na Waamu

    Sagalee Na Waamu

    Ijoollummaa keenyatti yaadannoo hedduu qabaachuu malla. Isaan keessaa tokko guyyoota balleessaa balleessinee maatiin keenya itti nu adabani natti fakkaata. Guyyoottan ijoollee ta’ee balleessaan balleesseef itti adabame baay’ee keessaa guyyaa tokko yeroon yaadadhu baayyee na dhiba, na kolfisiisas. Mi’a abbaan koo yeroo hunda ‘qodaa  kana hin tuqin!’ jechuun irra deddeebi’ee natti himu tokkotu mana keenya keessa…