Category: Kadhannaa

  • Kennaa fi Carraa Waaqayyo Nuuf Kenne

    Kennaa fi Carraa Waaqayyo Nuuf Kenne

    Akeekaa fi yaadni Waaqayyo ilma namaaf qabu namni hundumtuu tokkicha ilma isaatti amanee jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee haa baduuf miti. Ilmii namaa hundumtuu irra daddarbaa nama tokkoon tora jireenyaa keessaa bahee diina Waaqayyoo tahe. Inni kun immoo jireenya bara baraa dhabnee mootummaa dukkanaaf akka nuyi garba taanuuf akkasumas du’a bara baraaf akka nuyi…

  • Maaliif Kadhanna?

    Maaliif Kadhanna?

    Yeroo baayyee amantoota biratti faayidaan kadhannaa xiqqoo akka malee wantoota hubataman keessaa isa tokkodha. Amanaan baayyeen kadhannaa kan inni kadhatu waan barbaade tokko argachuuf jecha qofaa dha. Garuu kadhannaan sanarra in darba. Akkasumas kadhannaan tajaajiltoota yookin namoota ‘qulqulloota’ ta’an qofaaf, darbees yeroo addaa, bakka addaatiif kan abboomame miti. Kadhannaan Waaqayyoo wajjin haasa’uu fi walitti dhufeenya…

  • Macaafni Hunduu Waa’eekoo..

    Macaafni Hunduu Waa’eekoo..

    Eenyummaan Kiristoos guutummaa Macaafa Qulqulluu keessatti, Seera Uumamaa irraa kaasee hanga Mul’ata Yohaannisitti ni argama. Kakuun moofaa dhufaatii Kiristoos ilaalchisee raajii fi gaaddidduu hedduu kan of keessaa qabu yoo ta’u; Kakuu haaraan immoo waa’ee jireenya isaa, barsiisa isaa, du’a isaa fi du’aa ka’uu isaa bal’inaan kan ibsudha. Yesus Kristos kutaa Macaafa Qulqulluu tokkoo tokkoo isaa…

  • Ija Godhachuu

    Ija Godhachuu

    Yeroo tokko abbaan maasii wayinii muka wayinii bareeda inni gatii guddaa itti baasee qabu tokkotu ture jedhama. Wayiniin kun fayyaa fi cimaa kan ture siʼa taʼu, waggaa waggaan ija wayinii baayʼee kan argamsiisu ture. Gaaf tokko egaan abbaan qabeenyaa kun dameewwan wayinii jiran kessaa tokko tokko irratti firiin tokkollee akka hin argamne hubate. Dameen kun…

  • Yeroo Waaqayyoo

    Yeroo Waaqayyoo

    Yeroon Waaqayyoo yeroo keenya waliin garaa garummaa guddaa qaba. Al tokko tokko yeroon keenya yeroo Waaqayyoo nutti fakkaata, yeroon Waaqayyoo immoo yeroo keenya waliin tokko nutti fakkaachuu dhiisuu mala. Milkaa’umsi jireenya keenya irratti nuti argannu yeroo Waaqayyoo nutti fakkaata; yeroo wanta nuti hawwine tokko ta’uu didu ammoo yeroon Waaqayyoo waan hin geenyeef nutti fakkaata. Kana…