Category: Abdii
-

Abdii jiraataa jechuun maal jechuudha? Abdiin ati qabdu isa kami?
Phexros, seenaa waldaa Kristaanaa durii keessatti “Ergamaa Abdii” jedhameetu beekama. Sababni inni ittiin maqaa kanaan beekamus barumsii fi ergaan isaa waa’ee abdii fi amantii Kristaanotni Gooftaa Yesus Kristoos irratti qaban cimsuu irratti kan xiyyeeffatu ture. Ergaalee Phexros lamaan macaafa qulqulluu keessatti argaman irratti namoota Gooftaatti amananii utuu jiranii rakkina adda addaa keessa jiraniif Phexros ergaa…
-

Maaliif Koongoon Akka Kooriyaa Kibbaa Hin Taane?
Kooriyaan Kibbaa jaarraa tokko keessatti biyya guddachaa jirtu irraa gara biyya guutummaatti guddatteetti ceeteetti. Industiriiwwan ishee industirii gurguddoo addunyaa kanaa waliin wal dorgomu. Kooriyaan biyyoota addunyaa (saboota birootiin) koloneeffatamanii turan keessaa tokko. Lammiileen Kooriyaa uummata waraanaa osoo hin taane hojii jaallattoota, baayyee ciccimoo, hojii uumtotaa fi kennaa garaagaraa kan qabani dha. Seenaa keessatti diinonnii isaanii…
-

Waa’ee Koo Natti Himi!
An hiriyyaa maqaanshee Soorettii jedhamtun qaba. Harmeen Soorettii daa’imummaan boqotte. Sorettiin gaaffii fi gadda garaa qabdi. Ani eenyu? Maalifin uumameera? Maatiinkoo maalif na godhatan? haatikoo sababii maaliin boqotte? Abbaankoo na jaallata? Otuu na jaallata ta’ee maalif immoo ana guddisuuf hin jaallanne? Gaaffii jedhanii fi kanneen biroo namuu deebii quubsaa hin kenniifiin ofii dhiphatti. Sooretti, nama…
-

Mana Akkookoo
Manni jireenyaa baadiyaa kan namoota magaalaa irraa adda. Manni jireenyaa namoota baadiyyaa akkoofaa citaa irraa ijaarama. Daboon wal gargaaree, itti dhimmee miidhaksee dabareen mana walii ijaara. Yoo dulloome, yoo dhimmise wal waamee waliif supha. Manni akkookoos yeroo dheeraa dura haaluma kanaan ijaarame. Manni citaa kun yaadannoo an daa’imummaarraa kaasee qabuun guutuudha. Akkookoof immoo manni kun…
-

Yeroo Waaqayyoo
Yeroon Waaqayyoo yeroo keenya waliin garaa garummaa guddaa qaba. Al tokko tokko yeroon keenya yeroo Waaqayyoo nutti fakkaata, yeroon Waaqayyoo immoo yeroo keenya waliin tokko nutti fakkaachuu dhiisuu mala. Milkaa’umsi jireenya keenya irratti nuti argannu yeroo Waaqayyoo nutti fakkaata; yeroo wanta nuti hawwine tokko ta’uu didu ammoo yeroon Waaqayyoo waan hin geenyeef nutti fakkaata. Kana…

