Category: Waaqayyoon Beekuu
-

Abbaa Abbaa Caalu
Yeroon isaa gara jalqaba bara 1990 A.L.I ture. Ani immoo ijoollee reefuu milla hikkatee oliif gadii burraaqaa oolun ture. Maatii keenyaaf mucaa jalqabaa waanan tureef jaalallii fi walitti dhufenyi ani abbaa koof haadha koo wajjin qabu hanga har’aatti yeroon waa’ee sanaa yaadu kalleessa natti fakkaata. Ilma jalqabaa waanan taheef addumatti hariiroon ani abbaa koo waliin…
-

Maqaa Maqaa Caalu
Yaahwee (LORD) ( GOOFTAA) maqaa kakuu moofaa keessatti Waaqayyoon ibsuuf si’a kuma jahaa fi dhibba saddetii ol barreeffame dha. Sabnii Israa’elis Waaqayyo gochaa isaaniif godhee fi karaa isaanitti mula’te irratti hundaa’un maqaa adda addaa fayyadamaa turan. Fakkeenyaaf Yaahwee Raafaa, Yaahwee Shaaloom , Yaahwee Nasii f.k.k.f jeedhanii Waaqayyoo isaanii waamaa turan. Garuu maqoota kanaaf hundeen isaa…
-

Maqaalee Waaqayyoo kanaan wal baraa
Kutaa kana yommuu Charles Sparjiyoon hiiku akkas jedhe, “Wallaalummaan kan hammaatu yeroo Waaqayyoon wallaaluu wajjin wal gitu, akkasumas beekumsi immoo baayy’ee kan gaarii kan inni ta’u yommuu maqaa Waaqayyoo irratti yeroo shaakaludha. Jeems Booyis kan jedhamu barsiisaan macaafa qulqulluu immoo akkas jechuun kutaa kana hiika. “Maqaan Waaqayyoo foddaa amalli isaa ittiin mul’atudha. Maqaan kun akka…
-

Jaalala Abbaa
Masaahikoo Matsumoto fi haati warraa isaa Mikiko bara 1990tti mucaa isaanii isa jalqabaa Yutoo godhatani. Haa ta’u malee, Yutoon erga dhalatee utuu hin turin dhukkuba sammuu, dandeettii qaamaa fi hubannoo isaa irratti dhiibbaa guddaa geessise qabaachuun isaa itti himame. Doktaroonni maatii Matsumoto Yutoon gonkumaa deemuu yookaan jireenya guutummaatti of danda’e jiraachuu akka hin dandeenye itti himan.…


