Category: Hafuura Qulqulluu

  • Michuu Koo

    Michuu Koo

    Jireenya biyya lafaa kana keessatti walitti dhufeenyonni yookaan hariiroon hedduun namoota gidduutti ni uumamu. Isaan keessaa inni tokko Michummaa / Hiriyyummaa isa jennu sana dha. Michummaan kan uumamu, namoota walitti dhufeenya gadi fagoo, dhiyoo fi hiika qabu qaban, akkasumas ammoo wal kabajuu, wal amantaa, wal hubachuu fi wal deggeruu, salphaatti walitti haasa’uu fi waliin taphachuu,…

  • Imala Xayyaaraa Koo

    Imala Xayyaaraa Koo

    Dhiyeenya kana Xayyaaraan imaleen ture. Eega Xiyyaarri keenya duumessa kana kutee ol ka’iinsa fagoo ta’e qabatee booda sa’atii muraasa dhufan qilleensa keessa akka turru beekamaa waan ta’eef namni kaan rafuu jalqabeera. Anaan garuu miirri sodaa na keessa waan tureef hirribuu karaa koo hin baane. Taa’een warra rafaniyyuu taajjaba, amma dhuguma rafanii laata jedheen yaada. Osooman…

  • Konkolaataa Yeroon Oofu Konkolaattotan Hin Sodaanne

    Konkolaataa Yeroon Oofu Konkolaattotan Hin Sodaanne

    Konkolaataa oofuu danda’uun waan tokko, garuu magaalaa konkolaataan itti heddummatu akka Finfinnee keessa konkolaachisuun immoo waan biraadha! Sababa isaatu yeroo mana leenjii konkolaachisummaa keessatti nama leenjisan dirree ballaa akka fardaa keessa gulufan keessattidha, erga hayyama konkolaachisummaa fudhatanii booda garuu dubbiin waan biraadha. Keessumatti ammoo daandiin irra konkolaachisnu konkolaataan itti baayyatan yoo ta’an namni hundi waan…

  • Seenaa Gabaabaa Luba Bal’inaa Saarkaa

    Seenaa Gabaabaa Luba Bal’inaa Saarkaa

    Gooti wangeelaa Dr. Kabajaa Luba Bal’inaa Saarkaa, Haadha isaani Jabanee Lookoo fi Abba isaanii Saarkaa Dannoo irraa Fulbaana 12,1933 A.L.I Godina Wallagga Lixaa magaalaa Boojjii Dirmajjiitti bakka Amuumaa Eennaa jedhamutti dhalatan. Erga barumsa isaanii xumuranii booda hojii barsiisuutiin saba isaanii tajaajilaa turan. Bultii Waaqayyoof amanamu dhaabbachuun maatii horatanii ijoollee ja’a kan goodhatan yoo ta’u, gaa’ila…