Category: Uumama Haaraa
-

Akka amanaa tokkootti waa’ee maalii yaaduun qaba?
Mata duree barruu kanaa ilaaltee gaaffiin tokko tokko sitti uumamuu mala ta’a. Waanan yaaduu qabu daangaa qabaa? Waanan barbaade yoon yaade hoo? Sammuun koo yaaduuf uumame waan ta’eef akkamittan waanan yaaduu danda’u to’achuus danda’a? jettee of gaafachuu dandeessa. Akka nama tokkootti yeroo yaaddu xiqqoo bitaa sitti galuu danda’a ta’a. Hata’u malee barruu kana yoo dubbistee…
-

Of-qabuu
Dhiyoo kana Kafteeriyaa tokko teenyee utuu waan ho’aa fayyadamaa jirruu gidduutti wanti hooda ta’e tokko uumame. Qarreen tokko lafumaa kaatee iyyitee wixxifachuu eegalte. Namni cufti achi keessa jirullee fuula isaa gara isheetti naannessee taatee kana ilaaluu jalqabde. Kan utaalee ba’uuf balbala ilaallachaa turellee hin dhibu jedheen yaada. Wanti akkas ishee wixxifachiisu kun edaa waanuma shir…
-

Ofii Wajjin Wal-baruu
Guddinni isaaf jireenyi isaa galaana Galiilaa irratti kan hundaa’e Simoon, obboleessa isaa Indiriyaasiin guyyaa guutuu hin argine. Qurxummii kiyyeessuu isaa dhiisee maalif akka isa jalaa bade hin galleef. Ganamaan gara iddoo Yohaannis itti barsiisuu fi cuubuu gara laga Yordaanos akka inni deeme yoo beekes, wanti akkas aduu itti dhiisisu jira jedhee hin tilmaamne. Yaaduma kanas…





