Tag: eenyummaa

  • Eenyummaa Mootichaa!

    Eenyummaa Mootichaa!

    Bar tokko jedhani, Mootii tokkotu Waaqaa wajjin wal-arguu baayyee barbaadee wanta dandahu hunda yaaluutti ka’e. Kan inni hedus nama kana godhi sana yaalimee jedhu utuu hin ta’in namuma kallattiin Waaqaa waliin wal isa qunnamsiisuu dandahu ture. Kanuma keessa odeeffannoo waa’ee jaarsa Hayyuu ta’e furmaata namaaf fiduun beekamu tokkoo dhagahee bakka inni jiraatu iyyaafatee gara araddaa…