Tag: Gosoota Jaalalaa

  • Gosoota Jaalalaa Kanneen Quba Qabdaa Laata?

    Gosoota Jaalalaa Kanneen Quba Qabdaa Laata?

    Jecha jaalala jedhu yeroo baay’ee miira hedduudhaaf haala garaa garaatiin maayii itti baana. Jaalalaaf kan hin geerariin yookaan hin faarsin jira jechuuf nama rakkisa. Jaalala jechi jedhu kun miira baay’ee wal-xaxaa kan qabuu fi jireenya dhala namaa keessatti bakka guddaa argate dha. Kanaafuu ergaawwan nama dadammaqsan, sirboota, geerarsa, waloo adda addaa fi faaruu hedduun katabamuu…