Tag: jireenya amanaa
-

Sagalee Na Waamu
Ijoollummaa keenyatti yaadannoo hedduu qabaachuu malla. Isaan keessaa tokko guyyoota balleessaa balleessinee maatiin keenya itti nu adabani natti fakkaata. Guyyoottan ijoollee ta’ee balleessaan balleesseef itti adabame baay’ee keessaa guyyaa tokko yeroon yaadadhu baayyee na dhiba, na kolfisiisas. Mi’a abbaan koo yeroo hunda ‘qodaa kana hin tuqin!’ jechuun irra deddeebi’ee natti himu tokkotu mana keenya keessa…
-

Akka Amanaa Tokkootti Maaltu Narraa Eegama?
Akkuma gaggeesitoota waldaa Kristaanaa irraa wantootni eegaman hedduu jiran, akkasuma ammoo amantoota irraa amaleeffannaan fi shaakalootni irraa eegaman hedduutu jiru. Akka amanaa Waaqayyoon jaallatuu fi abboomamu tokkootti kunneen sirraa eegamu. 1. Sagantaalee torbanii jiran sirriitti beeki, irratti hirmaadhu Dhuguma dubbachuuf taanaan giddu galeessummaatti amanaan tokko sagantaa kadhannaa torbanii waldaan isaa qabdu keessaa guyyaa tokko yoo…
