Tag: waliin dubbii

  • Waliin Dubbii Gaarii Gaa’ela Naga-qabeessaaf

    Waliin Dubbii Gaarii Gaa’ela Naga-qabeessaaf

    Waliin dubbiin adeemsa namoonni lamaa fi isaa ol ta’anillee yaada, miiraa fi odeeffannoo ittiin wal jijjiiranidha. Kanaafi egaa yeroo waliin dubbatan sirna barbaachisa.  Tokko dubbachuu, inni kaan immoo dhaga’uu duuba yaada kan isaati itti fufee dubbachuu qaba. Akkuma dubbachuun barbaachisaa ta’e wal dhaggeeffachaa waliin dubbachuun immoo baayy’ee barbaachisaadha.