Category: Fayyina
-

Gatii Ayyaanichaa
Biyyi lafaa gatii keenya yeroo hunda safartuuwwan akka qabeenyaa, beekumsaa, yookiin sadarkaa hawaasummaa keetiin madaalti. Garuu Waaqayyo safartuu addaatiin si ilaala: Ayyaanaan. Inni kennaa gati-jabeessa, kan hojii keenyaan osoo hin taane, jaalala isaatiin qofa nuuf kennameedha. Mee har’a kennaa dinqii kanaa fi gatii isaa isa dhugaa gad fageenyaan haa xiinxallu. Ayyaana Waaqayyoo Madaallii Gatii Keenya…
-

Ija Godhachuu
Yeroo tokko abbaan maasii wayinii muka wayinii bareeda inni gatii guddaa itti baasee qabu tokkotu ture jedhama. Wayiniin kun fayyaa fi cimaa kan ture siʼa taʼu, waggaa waggaan ija wayinii baayʼee kan argamsiisu ture. Gaaf tokko egaan abbaan qabeenyaa kun dameewwan wayinii jiran kessaa tokko tokko irratti firiin tokkollee akka hin argamne hubate. Dameen kun…
-

Eenyummaa Mootichaa!
Bar tokko jedhani, Mootii tokkotu Waaqaa wajjin wal-arguu baayyee barbaadee wanta dandahu hunda yaaluutti ka’e. Kan inni hedus nama kana godhi sana yaalimee jedhu utuu hin ta’in namuma kallattiin Waaqaa waliin wal isa qunnamsiisuu dandahu ture. Kanuma keessa odeeffannoo waa’ee jaarsa Hayyuu ta’e furmaata namaaf fiduun beekamu tokkoo dhagahee bakka inni jiraatu iyyaafatee gara araddaa…
-

Namni Ani Baayyee Jaalladhu Yoo Anarraa Adda Ba’e Maal Godhu?
Guyyaa tokko gooftaan Iyyesuus nama inni baayyee jaallatu tokko akka inni baayyee dhukkubsate nama isatti erganii itti himani. Haa ta’u malee guyyaa sana otoo dhaqees hin dubbisiin, utuunni hin kadhatinif hafee namni Alaazaar jedhamu kun in du’e. Yommus gadda guddaatu mana Alaazaariif maatii isaaniitti seene. Gadda kana irraa kan ka’es obboleettiin Alaazaar Maartaan, baayyee akka…
