Seenaa Gabaabaa Luba Bal'inaa Saarkaa

Maal irraa baranna?

Lubi Bal'inaa Saarkaa baballina Wangeelaa biyya keenyaa keessatti nama waan hedduu gumaachanii fi fakkeenyummaa gaarii qaban keessaa warra hangafaa dha.

Nan dubbisa

Wangeela Yohaannis 6:33-35

Buddeenni Waaqayyoo isa waaqa irraa gad dhufu, biyya lafaatiifis isa jireenya kennuu dha. Isaan immoo, "Gooftaa, buddeena kana yeroo hundumaa nuuf kenni" jedhaniin; yemmus Yesus, ana buddeenni jireenyaa, gara koo kan dhufu hin beela'u, kan anatti amanus matumaa hin dheebotu..."

Baayyee kan dubbifaman

Sagalee Na Waamu

Ijoollummaa keenyatti yaadannoo hedduu qabaachuu malla. Isaan keessaa tokko guyyoota balleessaa balleessinee maatiin keenya itti nu adabani natti fakkaata. Guyyoottan

Itti fufeen dubbisa

Aarsaa Isa Dhumaa

Macaafa Qulqulluu keessatti aarsaa jechuun wanta Waaqayyoof gatii guddaa qabu dhiyeessuu kan argisiisu siʼa taʼu, innis gocha waaqeffannaa ykn of

Itti fufeen dubbisa

Of-qabuu

Dhiyoo kana Kafteeriyaa tokko teenyee utuu waan ho’aa fayyadamaa jirruu gidduutti wanti hooda ta’e tokko uumame. Qarreen tokko lafumaa kaatee

Itti fufeen dubbisa
Namni hundi akkuma jiraachuuf nyaachuu qabu, bara baraan jiraachuuf ammoo "Soora Hafuuraa" argachuu qaba.​
- Soora Hafuuraa

Nu hordofaa

Barruleen haaraa yeroo gadhiifaman imeylii keessaniin beeksifamuuf unka kanaan galmaa'aa.

Barrulee dhiyootti bahan

ScreenShot2021-09-10at10.28
17 March 2025
Yesus, “Iji ibsaa dhagnaa ti; iji kee fayyaa guutuu yoo ta’e, dhagni kee hundinuu ifaa in...
Nan dubbisa
jesus-christ
10 September 2024
Yesus gooftaan isaanii wajjin erga dubbatee booddee, gara waaqa keessaatti ol fudhatamee mirga Waaqayyoo...
Nan dubbisa
jesus-christ
10 September 2024
Du’aa Ka’uu Isaa Mee utuu kun isinirra ga’ee maal gootu? Namni isin bittaa warra Roomaa...
Nan dubbisa
jesus-christ
10 September 2024
Du’uu Isaa Waa’een fayyisaa ta’uu Yesus ilma Waaqayyoo yeroo ka’u akkamitti akka fayyisaa ta’ee...
Nan dubbisa
jesus-christ
10 September 2024
Mucichi Yesus dhalachuun namootaaf misraachoo  erga ta’ee booda akkuma daa’ima kamii iyyuu Maariyaamii...
Nan dubbisa